LibreOffice 7.1 Help
LDAP fayyadamuun qindaa'inootni akka kuusdeetaa alaagaan ifteessa. (Lightweight Directory Access Protocol). Fuulli kun kan argamu yoo teessoo kuusdeetaaf kaadhimaa LDAP galmeessite qofaa dha.
Maqaa kaadhimaa LDAP dhangii "ldap.server.com" fayyadamuun galchi..
Kuusdeetaa LDAP barbaaduuf iddoo jalqabaa galchi, fakkeenyaaf, dc=com.
Buufata sarvarii LDAP galchi, beekkamoon 389.
Gara waliindhaa hayyiisaan (SSL)kaadhimaa LDAP walitti hidha. Durtiin, SSLn walindhaa buufataa 636 fayyadama. Walindhaa idileen buufata 389 fayyadama.