LibreOffice 7.1 Help
Iddoo fuula haraa eegaluu barbaaduti galmee kee keessa cuqaasi.
Ctrl+Enter dhiibi.
Arfii jalqaba fuulichaarratti qurxiinsa fuulaa hujeekaa hordofee dhufu fuulduratti cuqaasi.
Duubxoolaa Dhiibi
Gabatee keessa qabdoo mirgaa cuqaasi, sana booda Gabatee fili.
Caancala Yaa'insa Barruu cuqaasi.
Saanduqa filannoo qurxinsaa qulqulleessi.